Xurree ittiin seenan

Breaking News

Jiraattonni Godina Guraagee Namoonni Dhuunfaa Gaaffii Naannoo Hundeessuu Dhiyeessan Hidhaman Jechuun Komatan


Gurage zone

Jiraattonni naannoo Kibba Ityoophiyaa Godina Guraagee akka jedhanitti, namoonni dhuunfaa 60 ol ta'an kanneen gaaffii naannoo hundeessuu deeggaran jedhamanii seeraan ala hidhamanii jiru.

Namoota hidhaman keessaa kaan isaanii miseensota mana maree naannoo fi godinaa, himannaa irraa bilisa ta’uu isaanii VOAf ibsaniiru. Miseensonni paartiin mormituu paartii Haqaa Hawaasummaa Itiyoophiyaas namoota hidhaman keessaa tokko ta’uu paartichi beeksiseera.

Komishinarri poolisii naannichaa Alemayehu Maammoo garuu namoonni dhuunfaa kun Zoonii Gurageetti jeequmsa kakaasuuf shira xaxan jedhamanii kan shakkaman ta’uu VOAtti himaniiru jechuun Yoonaattan Zebidiwoos gabaaseera.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG