Xurree ittiin seenan

Breaking News

Ministarri Dhimma Alaa Yunaayitid Isteetis Gargaarsa Nijeer fi Olloota Isheef Kennamu Labsan  

Ministarri Dhimma Alaa Yunaayitid Isteetis Gargaarsa Nijeer fi Olloota Isheef Kennamu Labsan  
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:47 0:00

Ministarri Dhimma Alaa Yunaayitid Isteetis Gargaarsa Nijeer fi Olloota Isheef Kennamu Labsan  

Ministarri dhimma alaa Antonii Blinken yommuu biyya Niijeer daawwatan dippilomaatii olaanaa Yunaayitid Isteetis kan jalqabaa ti. Biyyi Afrikaa Dhihaatti argamtu Niijer, Biyyoota addunyaa gama dhihaa kanneen sochii gareelee shororkeessummaa naannoo Sahel keessaa qolachuuf barbaadaniif bakka murteessaa taate dha.

Forum

XS
SM
MD
LG