Xurree ittiin seenan

Breaking News

Feestivaalli Artistoota Hojii Dhaban Gargaaruutti Fuuleffate Afrikaa Kibbaa Keessatti Geggeessamee Jira  

Feestivaalli Artistoota Hojii Dhaban Gargaaruutti Fuuleffate Afrikaa Kibbaa Keessatti Geggeessamee Jira 
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:18 0:00

Feestivaalli Artistoota Hojii Dhaban Gargaaruutti Fuuleffate Afrikaa Kibbaa Keessatti Geggeessamee Jira 

Artistoonni dargaggoon eessayyuu jiraatan galii ittiin of jiraachisan argachuun wal’aansoo qabu. Keessumaa Afrika aKibbaa bakka hoji-dhabummaan dhibba irraa harka 43 caalu keessatti haalli kun baay’ee mul’ata. Feestivaalli Artii Uummataa Idil-addunyaa kaampaaniilee hojii kalaqaa gabaatti dhiheessanii fi artistoota kana wal-quunnamsisuudhaan gargaaruuf carraaqaa jira.

Forum

XS
SM
MD
LG