Xurree ittiin seenan

Breaking News

Agarsiisni Aadaa Danfisaa fi Dhiheessa Bunaa Hawaasaalee Itiyoophiyaa Adda Addaa Dhiheenya Finfinneetti Taasisame  

Agarsiisni Aadaa Danfisaa fi Dhiheessa Bunaa Hawaasaalee Itiyoophiyaa Adda Addaa Dhiheenya Finfinneetti Taasisame
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:29 0:00

Agarsiisni Aadaa Danfisaa fi Dhiheessa Bunaa Hawaasaalee Itiyoophiyaa Adda Addaa Dhiheenya Finfinneetti Taasisame

Hawaasaalee Itiyoophiyaa fi aadaa bunaa kan agarsiisu qophiin agarsiisa aadaa bunaa tokko dhiheessa magaalaa Finfianneetti geggeessamee jira.

Qophii kana ka qindeesse dhaabbata bunaa dhunfaa “Waarkaa Kofii” jedhamu yoo tahu aadaan danfisaa fi dhiheessa bunaa naannoolee Itiyoophiyaa adda addaa agarsiisa kanaaf dhihaatee jira.

Forum

XS
SM
MD
LG