Xurree ittiin seenan

Breaking News

Paartiin Mormituu EZEMAn ABUT Tarree Shororkeessummaa Keessaa Baasamuu Mormee Jira 


FAAYILII - Walgahii EZEMA
FAAYILII - Walgahii EZEMA

Paartiin EZEMA ABUT tarree dhaabolii garee shororkeessummaa keessaa ba’uu isaa cimsee balaaleffatee jira. Ibsa kaleessa ba’een paartichi, Ibsa kaleessa baaseen, TPLF waliigaltee nagaa xumura itti hin eegne jechuun hojiirra oolmaa waliigaltee Piriitooriyaa sana gaaffii keessa galchee jira. Murteen paarlaamaa sun namoota dhuunfaa fi qaamolee gocha gantummaa raawwataniif

Murteen paarlaamaa kun namoota dhuunfaa fi qaamolii gocha ganiinsa biyyaa raawwataniihaala balaa qabu uuma jedhee jira paartichi. Paarlaamaatti itti waamamaa ol aanaan kan mootummaa obbo Tesfaayee Beljigee, murtiin sun raawwatiinsa walii galtee nagaa sana ariifachiisa jechuun falman. Walii galtee sana hojii irra oolchuu fi mootummaa fi TPLF fagaatanii deemuu isaanii obbo Tesfaayeen miseensota paarlaamaaf ibsaniiru. Mormitoonni miseensota paarlaamaa TPLF toora dhaabolii shororkeessotaa keessaa ba’uu mormanii jiran jechuu dhaan kenedii Abaatee gabaasee jira.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG