Ji’a Guraandhalaa keessa kan Sudaniin daawwatan hoogganaan Sagantaa Nyaataa Addunyaa biyyatiin lafaa qonnaaf ta’u garuu kan itti hin fayyadamamiin dhibba irraa harka 75 akka qabduu fi lafa aanaa abootii qabeenyaa wajjiin misoomsuun yoo danda’ame hanqinaa nyaataa furuu akka danda’amu dubbatan.
Forum