Xurree ittiin seenan

Breaking News

Fiinxaalessummaan Burkiina Faasoo Keessatti Hammaachuun Dargagoota Gaanaa Bira Gahuu Mala Yaaddoo Jedhu Uume  

Fiinxaalessummaan Burkiina Faasoo Keessatti Hammaachuun Dargagoota Gaanaa Bira Gahuu Mala Yaaddoo Jedhu Uume 
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:18 0:00

Fiinxaalessummaan Burkiina Faasoo Keessatti Hammaachuun Dargagoota Gaanaa Bira Gahuu Mala Yaaddoo Jedhu Uume 

Haleellaan finxaaleyyii Islaamummaa Burkinaa Faasoo keessaa, dargaggoonni biyya ollaa ishee Gaanaa keessa jiran dhabamuu carraa dinagdee irraa kan ka’e fiinxaalessummaa kanatti hawatamuu malu, yaaddoon ka’aa jira. Dhaabbatni gargaarsaa “RISE-Ghana” jedhamu tokko artii fi bashannanatti fayyadamuudhaan akka dargaggoonni sagantaa “Nagaa Mana-barnootaa Keessatti” jedhuun fiinxaalessummaa morman hojjetaa jira.

Forum

XS
SM
MD
LG