Kaaba Ityoophiyaatti walwaraansi dhaabbatee Tigraay keessatti bulchiinsiini mootumaa kan yeroo deebi’ee ergaa undeeffamee boodaa akkaataa mannootan baruumsaa banamanii baruumsa itti fufsiisuun danda’amu irratti hojjachuudhaaf jiilli mootummaa feederaalaa guyyaa har’aa magaalaa Maqalee seenee jira.
Jiilli De’etaa minsteera barumsaa dokteer Saamu’eel Kifeleetiin hogganamuu mannoottan baruumsaa sadarkaa jalqabaa fi sadarkaa lammaffa, akkasumaas, yuuniversitootaa akka daawatu kan ibsee gabaasin Mulugeetaa Atsibahaa, walwaraansaa kaabaa Ityoophiyaa keessa tureen mannootan baruumsaa sadarkaa adda addaa irra jiran cufamanii barattoonni kumaatamaan lakkaawaman waggoottan lamaaf baruumsaa irraa addaan cituu isaanii eeree jira.
Forum