Qoodi
Yaadawwan Ilaali
Print
No media source currently available
Guyyaan Ispoortii Idil Addunyaa Kabajame
Guyyaa Ispoortii Idil Addunyaa Misooma fi Nageenyaaf jedhu Ebla 6, wagaa wagaan kabajjamaa. Bara kana mata dureen Guyyaa Misooma Ispoortii Idil Addunyaa fi Nageenyaa Ummataa fi Pilaaneetii hoojjachuu jedhun kabajame darbeera.
Forum