Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dorgommii Figichaa Magaalaalee Chaayinaa Keessatti  Geggeessamerratti Atileetonni Itiyoophiyaa Injifannoo Argatan  


Dorgommii Figichaa Magaalaalee Chaayinaa Keessatti  Geggeessamerratti Atileetonni Itiyoophiyaa Injifannoo Argatan 
please wait

No media source currently available

0:00 0:02:24 0:00

Dorgommii Figichaa Magaalaalee Chaayinaa Keessatti  Geggeessamerratti Atileetonni Itiyoophiyaa Injifannoo Argatan 

Dorgommii maaraatoonni fi walakkaa maaraatoonni magaaloota Chaayyinaa garaagaraatti deemsisameena tileetoonii Itoophiyaa injjifataniiru. Maaraatoonni Huai’an dilbata kaleessaa doorgomameen, atileetoonii Lammi Itoophiyaa Gutataa Tesfayee fi Abere Yoosef 2ffaa fi 3ffaa yogguu bahan, Atileettin Lammi Keeniyaa Aleks Sa’eeko 1ffaa baheeraa.

Doorgoommi wallakkaa maaraatoonittinis atileetoonii Itoophiyaa dhiraa fi durbaan injjiffataniru. Gama biraattin Primeerligiin Inglizii baranaa xumuramuuf taphoonni 8 qoofatu hafe. Morkiin shaamppiyoonumaaf Arsenal Fi Maanchester Siitii gidduutti taassifamaa jiru jabaateera.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG