Xurree ittiin seenan

Breaking News

Baqattoonni Somaalee Kuma Hedduun Itiyoophiyaa Keessatti Rakkachaa Turan Naannoo Nageenya Isaaniif Wayyaawaa Tahetti Godaansisamuun Himame  

Baqattoonni Somaalee Kuma Hedduun Itiyoophiyaa Keessatti Rakkachaa Turan Naannoo Nageenya Isaaniif Wayyaawaa Tahetti Godaansisamuun Himame
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:45 0:00

Baqattoonni Somaalee Kuma Hedduun Itiyoophiyaa Keessatti Rakkachaa Turan Naannoo Nageenya Isaaniif Wayyaawaa Tahetti Godaansisamuun Himame

Jaarmayaan dhimma Baqattootaa, ka Tokkummaa Mootummootaa baqattoonni Somaalee kuma hedduun duraan Itiyoophiyaa naannoo Somaalee keessa qubatanii haala hamaa keessa jiran yeroo ammaa naannoo daangaa Somaaliyaa irraa kaasamanii nananoo haaraa nageenya isaaniif wayyaawaa tahetti godaansisamuu beeksisee jira.

Gabaasaa Liisaa Shilaayin, Jenevaa irraa ergite Jaallannee tu dhiheessa.

Forum

XS
SM
MD
LG