Xurree ittiin seenan

Breaking News

Mootummaa Yunaayitid Isteetis fi Kan Afrikaa Kibbaa Gidduuti Walitti-mufannaan Dabalaa Deemuun Himame  


Mootummaa Yunaayitid Isteetis fi Kan Afrikaa Kibbaa Gidduuti Walitti-mufannaan Dabalaa Deemuun Himame  
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:17 0:00

Yeroo walitti-mufannaan mootummaa Afrikaa Kibbaa fi mootummaa Yunaayitid Isteetis gidduutti dorrobaa jiru kanatti, Afrikaa Kibbaa jila ishee addaa gara Waashingtonitti akka erguuf jirtu beeksisteetti.

Paartiin mootummaa Afrikaa Kibbaa, jechuun ANCn, dhiheenya kana, tarkaanfiilee mootummaa fi seera-tumtoonni Yunaayitid Isteetis itti hin gammadiin hedduu fudhatee jira. Dhiheenya kana Afrikaa Kibbaa shaakala waraanaa Chaanaa fi Raashaaatti hirmaachuu fi Paartii ANC irraa aangawoonni hedduun Moskoo daawwachuun, dhimmoota mufannaa uuman kana keessaa haga tokko.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG