Xurree ittiin seenan

Breaking News

Finfinneetti Gatiin Oomishawwanii Ayyaanaaf Gabaatti Bahanii Qaala’uu Dubbatu Jiraattonni

Finfinneetti Gatiin Oomishawwanii Ayyaanaaf Gabaatti Bahanii Qaala’uu Dubbatu Jiraattonni
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:44 0:00

Finfinneetti Gatiin Oomishawwanii Ayyaanaaf Gabaatti Bahanii Qaala’uu Dubbatu Jiraattonni

Jiraattonni magaalaa finfinnee gatiin omishaawwan ayyaanaaf qophaahanii faarumaan ol ka’uu dubbatan. daldaltoonnis karaa isaanii rakkoo nageenyaatin walqabatee hanqinni dhiyyeessii jiraachuu ibsanii; jiraattonni baasiin jireenyaa hammaataa dhufuufii mootummaan furmaata itti fufiinsa qaburratti akka xiyyeeffatu gaafataniiru.

Forum

XS
SM
MD
LG