Xurree ittiin seenan

Breaking News

Masjiidni Durii Kutaa Michigaan Keessaa Dhaloota Dargaggoo Amantii Islaamaaf Tajaajila Kennaa Jira 

Masjiidni Durii Kutaa Michigaan Keessaa Dhaloota Dargaggoo Amantii Islaamaaf Tajaajila Kennaa Jira 
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:19 0:00

Masjiidni kutaa Michigaan ka durii waggaa 85ffaa isaa kabajaa jira. Magaalaa Dearborn keessatti kan argamu Masjiidni Waldaa Musliimoota Ameerikaa, Yunaayitid Isteetis keesszaa isa duraanii yoo ta’u, dhaloota dargaggoota ofiif tajaajila amantii fi bashannanaa kennaa jira.

Forum

XS
SM
MD
LG