Jaarmayaan Nyaataa fi Qonnaa Addunyaa FAO’n Dhaabbata mootummoota gamtoomaniif gaabasaa dhiheenya baaseen hirmaannaan dubartootaa qonna irratti qofaa osoo hin taane ,tarsiimoo qonna nyaataa keessatti hagam akka tahe haala hirmaannaa isaanii fi carraawwan isaanii raagaa qabataamaa irratti hundaa’uun gabaasa haaraa baasee jira.
Forum