Xurree ittiin seenan

Breaking News

Ambaasaddara Itiyoophiyaa: Otuu Humnoota Sudaan Gidduutti Lola Dhaabinsi Hin Tolfamiin lammiwwan Keenya Baasuun Rakkisaa Dha  

Ambaasaddara Itiyoophiyaa: Otuu Humnoota Sudaan Gidduutti Lola Dhaabinsi Hin Tolfamiin lammiwwan Keenya Baasuun Rakkisaa Dha  
please wait

No media source currently available

0:00 0:02:53 0:00

Ambaasaddara Itiyoophiyaa: Otuu Humnoota Sudaan Gidduutti Lola Dhaabinsi Hin Tolfamiin lammiwwan Keenya Baasuun Rakkisaa Dha  

Sudaanitti Ambaasaddarri Itiyoophiyaa, gaaffii fi deebii kaleessa, Sagalee Ameerikaa waliin taasisaniin, otuu waraansi hin dhaabatiin lammiilee Itiyoophiyaa biyyattii keessaa baasuun rakkisaa tahuu dubbatan. Ambaasaddar Yibelxaal A’imiroo, Embaasicha keessaa bahuu fi deebi’anii galuun rakkisaa tahuu eeranii, “dippiloomaatotayyuu dabalatee gara alaatti ba’uun yaaddessaa waan taheef hundinuu bakkuma jiru tahee waan tahuuf deemu eegaa jira,” jedhan.

Forum

XS
SM
MD
LG