Naamoonni baay’een biyyoota biraarraa gara Yuunitid Isteetis dhufanii jiraatan biyya irraa dhufaniif gargaarsa taasisuun qooda guddaa gumaachan.Tibba kana gareen lammiwwan ala jiraatan kan biyyoota Afrikaa Bahaa walitti dhufuudhaan karaa itti biyyoota irraa dhufan deebi’anii deeggaran irratti marii taasisaniiru.
Lammiwwan Biyyoota Afrikaa Bahaa Ala Jiraatan Karaa Itti Biyyoota Irraa Dhufan Gargaaran Irratti Mari’atan
- VOA
Forum