Xurree ittiin seenan

Breaking News

Wellisaa, Barreessaa fi Roogeessa Kan Ture Haarii Balafoontee Du’an Boqoote 


Weellisaa barreessa fi qabsahaa mirga nama Harii Belafontee

Weellisaan, barreessaan sirbaa fi taatoo beekamaa kan ta'ee fi hojii bashannanaa isaa kan bara 1950-moota keessa sirba isaa "Banana Boat" jedhu kan bara 1950moota keessa beekamaa ta'e kunis, gara rogeessummaa siyaasaatti osoo hin garagalin duraa jalqabee kan ta’e, Harii Belafontee umrii isaa waggaa 96tti du'an boqotee jira.

Akka ibsa dubbi himaan isaanii yeroo dheeraa baaseetti, dhukkubni dhiphina onnee sababaa da’a isaa yoo ta’u haadha warraa isaa waliin mana isaa Niiw Yoork keessa ture. Akka nama Gurraacha Jalqabaatti adda duree fiilmii bara 1950mootaa keessatti mata duree sanyii qoratee fi jalqaba bara 1960moota keessa yeroo sochii mirga lammiilee Amerikaa. hiriyyaa isaa Martin Luther King Jr. waliin hojjechuutti ce’e.

Manhaatan Niiw York keessatti kan dhalate yoo ta'u, ijoollummaa isaa garuu biyya dhaloota maatii isaa Jaamaayikaatti dabarseera. Belafonteen Umrii isaa 96tti du’an boqoote.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG