Xurree ittiin seenan

Breaking News

Gambeellaatti Miseensonni Gurmuu Hidhattootaa fi Kanneen Isaanitti Hidhata Akka Qabanitti Shakkamanii Hidhaman Hiikamaa Jiru

Gambeellaatti Miseensonni Gurmuu Hidhattootaa fi Kanneen Isaanitti Hidhata Akka Qabanitti Shakkamanii Hidhaman Hiikamaa Jiru
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:21 0:00

Gambeellaatti Miseensonni Gurmuu Hidhattootaa fi Kanneen Isaanitti Hidhata Akka Qabanitti Shakkamanii Hidhaman Hiikamaa Jiru

Miseensotni Gurmuu hidhattootaa Adda Bilisummaa Gaambellaafi namootni sababaa kanaa hidhamanii turan gadhiifamaa akka jiran, gurmuun hidhattootaa kun beeksise. Mootummaan Naannoo Gaambellaas namoota kana hiikuun waliigaltee nagaa mootummaafi gurmuu hihdattootaa jidduutti mallatteessame irraa kan kahe akka tahe dubbata. Naakoor Malkaa gabaasa dabalataa ergee jira,

Forum

XS
SM
MD
LG