Xurree ittiin seenan

Breaking News

Gambeellaatti Miseensonni Gurmuu Hidhattootaa fi Kanneen Isaanitti Hidhata Akka Qabanitti Shakkamanii Hidhaman Hiikamaa Jiru, Jedhame

Gambeellaatti Miseensonni Gurmuu Hidhattootaa fi Kanneen Isaanitti Hidhata Akka Qabanitti Shakkamanii Hidhaman Hiikamaa Jiru Jedhame
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:21 0:00

Miseensotni Gurmuu hidhattootaa Adda Bilisummaa Gaambellaafi namootni sababaa kanaa hidhamanii turan gadhiifamaa akka jiran, gurmuun hidhattootaa kun beeksise. Mootummaan Naannoo Gaambellaas namoota kana hiikuun waliigaltee nagaa mootummaafi gurmuu hihdattootaa jidduutti mallatteessame irraa kan kahe akka tahe dubbata.

Forum

XS
SM
MD
LG