Xurree ittiin seenan

Breaking News

Ijoolleen Durbaa fi Dubartoonni Hedduun Carraa Dijitaaliitti Fayyadamuu Akka Hin Qabne Dubbata UNICEF

Ijoolleen Durbaa fi Dubartoonni Hedduun Carraa Dijitaaliitti Fayyadamuu Akka Hin Qabne Dubbata UNICEF
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:45 0:00

Ijoolleen durbaa fi dubartoonni dhibbantaa 90 ta’an fayyadama interneetii irratti yommuu dhiirota wajjin walbira qabamanii ilaalaman adda addummaan qaban dachaadhaan wal caalaa.

Wal irraa fageenyii fayyadamaa dijitaalaa saala irratti hundaa’e kun hubannaan ilaalamee furmaatni hatattamaa akka kennamuufii qabu dhaabbanni mootummoota gamtoomanii UNICEF ibseera.

Forum

XS
SM
MD
LG