Xurree ittiin seenan

Breaking News

Xiinxala Baatii Jahaffaa Waliigaltee Pritooriyaa

Xiinxala Baatii Jahaffaa Waliigaltee Pritooriyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:02 0:00

Waliigalteen Waraana dhaabuu Mootummaa Federalaaa Itiyoophiyaa fi Humnoota Adda Bilisummaa Uummata Tigraay gidduutti erga taasifamee ji’oonni ja’a lakkoofsifamaniiru.

Hojiirra oolmaan waliigaltichaa haga ammaatti maal akka fakkaatuu fi fuul-duratti maal maal akka eegamu ilaalchisee Ogeessa Nagaa fi Tasgabbii Obbo Dabalaa Fixumaa fi Ogessa Seeraa Obbo Lataa Baqqalaa dubbisne.

Forum

XS
SM
MD
LG