Xurree ittiin seenan

Breaking News

Mootummaan Yunaayitid Isteetis Waxabajji Tokko Maallaqa Harkaa Dhabuu Akka Malu Ministarri Maallaqaa Akeekkachiisan

Mootummaan Yunaayitid Isteetis Waxabajji Tokko Maallaqa Harkaa Dhabuu Akka Malu Ministarri Maallaqaa Akeekkachiisan
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:56 0:00

MootummaanYunaayitid Isteets jalqaba ji’a waxabajii irraa kaasee maallaqaa baasii fi liqa ittin kaffalu harkaa dhabuu akka malu Ministarri maallaqaa Jaanet Yeeleen akeekkachisanii jiru.

Jaaneet akeekkachiisaa kana kan kennan Prezidaant Baayiden, dhimmichaa irratti hogganoota paartiiwwan lamaanii wajjin guyyoottan dhufan keessa walgahii taa’udhaa yeroo qophaawaa jiranutti

Forum

XS
SM
MD
LG