Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dhalatni Somaaliyaa Lammiin Ameerikaa Badhaasa Daldala Xixiqqaa Kan Bara 2023 Injifate  

Dhalatni Somaaliyaa Lammiin Ameerikaa Badhaasa Daldala Xixiqqaa Kan Bara 2023 Injifate
please wait

No media source currently available

0:00 0:02:47 0:00

Dhalataan Somaliyaa irraa ka tahe lammiin Ameerikaa Abdurhamaan Kaahin, kutaa Minisootaa keessatti hojii daldalaa geggeessuun filatamee badhaasa daldala xixiqqaa ka 2023 badhaafamee jira. Abdurhaaman Magaalawwan Lakkuu Miniyaapoolisii fi Saant Pool kessatii manneen nyaataa afur banatee hojjetaa jira.

Forum

XS
SM
MD
LG