Xurree ittiin seenan

Breaking News

Lakkoosi Baqattootaa Sudaan Dachaa Dabaluun Gabaasame

Lakkoosi Baqattootaa Sudaan Dachaa Dabaluun Gabaasame
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:25 0:00

Lakkoosi Baqattootaa Sudaan Dachaa Dabaluun Gabaasame

Jarmayaan baqattootaa kan Tokkummaa Mootummootaa UNHCR akka jedhutti torban darbe keessa lakkoofsi namoota Sudaan irraa gara Chaaditti baqatanii dachaa lama ta’ee 55,000 yoo ga’u, hedduun isaanii dubartootaa fi daa’imman ta’uu ibsee jira. Heenrii Wiilkins baqattoota Sudaan reefuu mooraa haaraa tolfame ka Chaad Borootaa keessatti argaman haasofsiisuun gabaasee jira.

Forum

XS
SM
MD
LG