Maddi oduu Ajaansi Firaansi Pirees akka gabaasetti bara 2022 keesaa sadarkaa adduunyaatti sababaa wal waraansaa fi balaa uumamaatiin namoonii miliyoona 71 ol ta’an jireenyaa isaanii irraa buqa’uun gabaasamee jira. Isaan keessaa namoonnni mooliyoona 16.5 Itiyoophiyaa dabalatee biyyoottaan Afrikaa keessaa akka tahanis gababaasaan bahe addeessee jira.
Bara 2022 Keessa Sababaa Wal Waraansaa fi Balaa Uumamaatiin Namoota Miliyoona 71 Ol Tahan Tu Jireenyarraa Buqqa’e
- VOA
Forum