Xurree ittiin seenan

Breaking News

Haleellaalee Oromiyaa  Bakkawwan Adda Addaatti Geggeessaman Jedhameen Poolisoota Dabalee Namoonni Du’uu fi Kaan Madaa’uun Himame  


Haleellaalee Oromiyaa  Bakkawwan Adda Addaatti Geggeessaman Jedhameen Poolisoota Dabalee Namoonni Du’uu fi Kaan Madaa’uun Himame  
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:03 0:00

Haleellaalee Oromiyaa  Bakkawwan Adda Addaatti Geggeessaman Jedhameen Poolisoota Dabalee Namoonni Du’uu fi Kaan Madaa’uun Himame  

Naannoo Oromiyaa Godina Shawaa Bahaa, magaalota Bishooftuufi Oolancitiitti haleellaa hidhattootaan raawwatame jedhameen, namoota meesha maleeyyii lama dabalatee namootni 7 ajjeesamuu isaanii anga'ootni magaalota kanneenii himan.

Haleellaa Caamsaa 8 bara 2015tti, hidhattootni Waraana Bilisummaa Oromoo magaalaa Oolancitiitti raawwataniin, namoota meesha maleeyyii lama ajjeesuu isaanii, namootni mada'anis jiraachuu, Hoogganaan Poolisii Aanaa Boosat Komaandar Mahaammad Yusuuf Sagalee Ameerikaatti himanii jiru.

Kana malees magaalaa Boshooftuutti Caamsaa 6 bara 2015 haleellaan hidhattoota eenyummaan isaanii hin beekamneen raawwatame jechuun Itti gaafatamaan Waajjira Komunikeeshinii magaalichaa obbo Dajanee Baajiroo dubbatanii jiru jechuun, maddi oduu “Addis istaandard” jedhamu gabaaseera.

Haleellaawwan jedhaman kanneen ilaalchisee yaaliin irra deddeebiin anga'oota naannoofi federaalaa irraa argachuuf taasisne hin milkoofne

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG