Gaanfa Afrikaatti jilli addaa Yunaayitid Isteetis Ambaasaaddar Mayik Hamer, dhiheenya kana kutaa Kaalifoorniyaatti imaluudhana waa’ee haala yeroo ammaa Itiyoophiyaa keessatti mul’atu irratti hawaasa dhalattoota Amaaraa magaalattii keessa jiraatan waliin taasisanii jiran.
Gaanfa Afrikaatti Jilli Addaa Ameerikaa Loos Aaanjelisitti Hawaasa Dhalattoota Amaaraa Magaalattii Keessa Jiraatan Waliin Mari’atan
- VOA
Kanaas caqasuu feeta ta'a
-
09/06/2023
Dhibee Saree Maraatteen Nama Qabu
Forum