Xurree ittiin seenan

Breaking News

Hidhattoonni Murlee Sudaan Kibbaarraa Gara Kaambeellatti Cehanii Haleellaa Geggeessan Namoota 10 Ajjeesan, Jedhame

Hidhattoonni Murlee Sudaan Kibbaarraa Gara Kaambeellatti Cehanii Haleellaa Geggeessan Namoota 10 Ajjeesan, Jedhame
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:45 0:00

Hidhattoonni Murlee Sudaan Kibbaarraa Gara Kaambeellatti Cehanii Haleellaa Geggeessan Namoota 10 Ajjeesan, Jedhame

Sudaan Kibbaa irraa daangaa Itoophiyaa cabsanii ce'uun hidhattoonni gosa Murlee haleellaa naannoo Gaambeellaatti raawwataniin namoota 10 ajjeesuu mootummaan naannoo ibseera.

Haleellaa kana hordofuun raayyaan ittisa biyyaa ,poolisiin federaalaa,poolisii idilee akkasumas milishoonni naannichaa bakka haleellaan itti geggeessame sanatti bobbaafamaniiru jedhan hoogganaan kun.

Forum

XS
SM
MD
LG