Walwaraansi Sudaan keessatti taasifamaa jiru yemmuu torban Jaha gahee jiru kanatti namoonni sababa walwaraansa kanaan qe’ee isaanii irraa buqqa’an kuma 800 fi kuma 43 akka ta’an Dhaabbanni Mootummota Gamtoomanii tilmaamee jira.
Warreen baqatanii biyyaa bahanii fi biyya keessati buqqa’an haala hamaa keessa akka jiran kan ibsan dhaabileen gargaarsaa lakkoofsi namoottan biyya keessati buqqa’anii dabaluu akka malus ibsaa jiru.
Forum