Xurree ittiin seenan

Breaking News

Xiinxala: Daawwannaan Prezidaant Chaayinaatti Taasisan Siyaasa Naannoo Gaanfa Afrikaatti Maal Fidee Dhufuu Danda’a?


Xiinxala: Daawwannaan Prezidaant Chaayinaatti Taasisan Siyaasa Naannoo Gaanfa Afrikaatti Maal Fidee Dhufuu Danda’a?
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:41 0:00

Pirezidaantiin Eritriyaa Isaayyaas Afewarqii Caamsaa 14 bara 2023 hanga caamsaa 20 bara 2023tti daawwannaa biyya Chaayinaatti taasisaniin biyyoonni lamaan dhimmoota faayidaa waloo irratti waliigaluu isaanii ibsi Pirezidaantoonni lamaan kennan addeessee jira.

Daawwannaan pirezidaanti Isaayyaas Chaayinaatti taasisan kun haala siyaasaa Gaanfa Afrikaa yeroo ammaatti maal fidee dhufuu danda’a? ka jedhuu fi dhimmoota kanaan wal-qabatan irratti hayyoota lama, as Yuunayitid Isteetis irraa Doktor Ittaanaa Habtee ogeessa Seenaa fi xiinxalaa dhimmoota gaanfa Afrikaa akkasumas Finfinneerraa Obbo Mangistuu Asaffaa Ogeessaa fi xinxalaa Siyaasaa, ka dhimma walitti bu’insaa fi nageenyaa dubbisnee jirra.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG