Xurree ittiin seenan

Breaking News

Kan Mootummaa Humnaan Fonqolchuuf Shiran Jedhaman Abbaan Alangaa Akka Seeratti Dhiyeessu Manni Murtii Federaalaa Ajaje

FILE - Mana murtii federaalaa Lidataa
FILE - Mana murtii federaalaa Lidataa

Manni Murtii Federaalaa kaleessa abbaan alangaa barsiisota, abbootii qabeenyaa miidiyaa fi aktivistoota jalqaba baatii Eblaa irraa eegalee mana hidhaa turan 47 keessaa ''hojii shororkeessummaa keessatti hirmaachuu himannaa jedhuun shakkaman keessaa 6 irratti guyyoota 15 keessatti himannaa sirnaa akka banu ajajeera.

Poolisiin ibsa kanaan dura kenneen shakkamtoonni kunneen haleellaa qondaaltota olaanoo naannoo Amaaraa irratti raawwachuu, naannoo Amaaraa to'achuu fi mootummaa federaalaa humnaan fonqolchuuf hojjechaa akka turan ibseera.

Forum

XS
SM
MD
LG