Xurree ittiin seenan

Breaking News

Qophii Fayyaa: Yaa'ii Jarmayaa Fayyaa Addunyaa fi Qorannoo Haaraa Du'a Daa'immanni Hirrisuu Irratti Xiyyeeffate

Qophii Fayyaa: Yaa'ii Jarmayaa Fayyaa Addunyaa fi Qorannoo Haaraa Du'a Daa'immanni Hirrisuu Irratti Xiyyeeffate
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:24 0:00

Guutummaa addunyaa irratti rakkoon fayyaa kan hatattamaa dhukkuuba KOOVIID-19 irraa kaasee hanga koleeraa dabalaa dhufe kanaaf, deebii Jaarmayaan Fayyaa Addunyaa kennu ''garmalee akka dhiiphatu” taasiseera jechuun walgahii jaarmayichaa irratti ibsamee jira.

Gama kaaniin, Tarkaanfiiwwan salphaan fudhataman, waggaatti daa’imman miliyoona tokko du’an, ittisuu akka danda’u qorannaan gaggeeffame agarsisee jira.

Mata duree lamaan kana irratti gabaasaalee ergaman Jaallannee tu dhiyeessa.

Forum

XS
SM
MD
LG