Xurree ittiin seenan

Breaking News

UNHCR Baqattoota Sudaan Chaad Keessa Jiran Daangaa Irraa Fageessee Jira

UNHCR Baqattoota Sudaan Chaad Keessa Jiran Daangaa Irraa Fageessee Jira
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:30 0:00

UNHCR Baqattoota Sudaan Chaad Keessa Jiran Daangaa Irraa Fageessee Jira

Jarmayaan baqattootaa kan Tokkummaa Mootummootaa UNHCR, baqattoota Sudaan Chaad keessa jiran kuma kudhaniin lakkaa’aman daangaa Sudaan irraa fageessuu dhaan gara mooraa haaraatti dabarsaa jira. Kan naannoo sana daawwatan Itti aanaan UNHCR akka jedhanitti, baay’ina baqattootaa waliin yaaddoon nageenyaa fi karaa itti gargaarsi dhaqqabuu dabalaa jira jedha gabaasi Henrii Wilkins.

Forum

XS
SM
MD
LG