Xurree ittiin seenan

Breaking News

Hookkara Qawwee Wajjiin Wal-qabateen Bara Kana Keessatti Soolanootaa fi Ijoollee 670 tu Dhume

Hookkara Qawwee Wajjiin Wal-qabateen Bara Kana Keessatti Soolanootaa fi Ijoollee 670 tu Dhume
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:20 0:00

Waggaa kana keessa haga ammaatti qofa Yunayitid Isteetis keessatti soolanootaa fi ijoollee walumaa-galatti dhibba jahaa fi toorbaatamaa ol tahan tu hookkara qawwee wajjiin wal qabateen du’an, jedha gurmuun walabaa dhimma kana qoratu, ka “Gun Violence Archive”jedhamu. As Waashington keessatti immoo, kan miseensa waraanaa Yunaayitid Isteetis turte, haadhi ijoollee tokko rakkoo kana furuuf carraaqaa jirti.

Forum

XS
SM
MD
LG