Xurree ittiin seenan

Breaking News

Jaarmayaalee Gargaarsaa: Gargaarsi Yukireeniif  Kennamu Gargaarsa Biyyoota Biroof Ergamu Irratti Dhiibbaa Uumee  

Gargaarsi Yukireeniif Kennamu Gargaarsa Biyyoota Biroof Ergamu Irratti Dhiibbaa Uume: Jaarmayaalee Gargaarsaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:02 0:00

Biyyoonni addunyaa gama Lixaa yeroo Yukireen haleellaa Raashiyaan irratti geggeessitu of irraa lolaa jirtutti gargaarsa maallaqaa fi waraanaa kennaafii jiran. Jaarmayaaleen gargaarsa namoommaa immoo gargaarsi Yunireeniif kennamu kun, gargaarsa gara biyyoota biroo akka Ripuubilikii Koongootiif kennamu irratti dhiibbaa gochuu dubbatu.

Forum

XS
SM
MD
LG