Xurree ittiin seenan

Breaking News

Afrikaa Lixaa Keessatti Shororkeessummaa Ittisuuf Dubartootni Daran Qooda Fudhataa Jiran

Afrikaa Lixaa Keessatti Shororkeessummaa Ittisuuf Dubartootni Daran Qooda Fudhataa Jiran
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:23 0:00

Tokkummaan mootummootaa akka dubartoonni guutummaa addunyaatti carraaqqilee nagaa fi tasgabii buusuutti hirmaatan yeroo waamicha dhiheessaa jiru kanatti, dubartoonni biyyoota Afrikaa Lixaa fiinxaalessummaa dhaabsisuuf carraaqqii waraanni naannoo sanaa gochaa jiru keessatti qooda cimaa fudhataa jiran. Gabaasaa Henrii Wilkins erge, Jaallannee tu dhiheessa.

Forum

XS
SM
MD
LG