Xurree ittiin seenan

Breaking News

Qorattoonni Federaalaa Yunaayitid Isteetis Haala Naannoo Xayyaara Dilbata Dabre Kufee Qorataa Jiran

Qorattoonni Federaalaa Yunaayitid Isteetis Haala Naannoo Xayyaara Dilbata Dabre Kufee Qorataa Jiran
please wait

No media source currently available

0:00 0:02:43 0:00

Xayyaara dhuunfaa kaleessa balalsiisaan ishee irraa deebii kennuu hanqatee fi akka jeettoonni waraanaa Yunaayitid Isteetis akka hordofan taasiste, kan eega magaalaa Waashinton irra balaliitee booda, kutaa Virijiiniyaa keessatti kuftee caccabde ilaalchisee qorattoonni Federaalaa biyyattii haala uumame adda baafachuu yaalaa jiran. Gabaasaa Sagalee Ameerikaa, Jaallanee tu dhiheessa.

Forum

XS
SM
MD
LG