Xurree ittiin seenan

Breaking News

Kanneen Waraana Kaaba Itiyoophiyaa Irratti Miidhaman Maqalteetti hiriira Bahan


FAAYILII - Hiriira mormii kanaan dura magaala Maqaleetti geggeeffame, naannoo Tigray
FAAYILII - Hiriira mormii kanaan dura magaala Maqaleetti geggeeffame, naannoo Tigray

Walwaaransa kaaba Itiyoophiyaatti mootummaa federalaa fi humna Bilisa Baasaa Uummata Tigiraayi gidduutti ture irratti gama humna Bilisa Baasaa Uummata Tigiraayiin kanneen waraanaa turan garuu waranicha irratti miidhaan qaamaa garaagaraa isaanirra ga’eeru nyaata ga’aa fi dawwaa dhabneerra jechuun Wiixata kaleessaa magaalaa Maqalee keessati hiriira nagaa ba’aniiru. Dhaadannoo isaanii keessatti bulchiinsi yeroo kan naannichaa xiyyeeffannoo nuuf hin kenninee jechuun namoonni gargaarsa namoomaa barbaadan kunneen komataniiru.

Pireziidaantiin bulchiinsa Yeroo kan naannoo Tigiraay Oboo Getaachooo Raddaa namoota humna waranaa Adda Bilisa Baasaa Uummata Tigiraay ta’an kan wal wraansa turerratti miidhaan qaamaa irra ga’eeru waliin marii taasisanii isaan deebisanii dhaabuuf baajanni akka ramadamuuf waadaa galaniiruuf jechuun Maqaleerraa kan gabaase Mulugeetaa Astibahaati.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG