Kanneen wal-waraansa Itiyoophiyaa keessaa dheessanii Sudaan keessa jiran – dhalattoonni Tigiraay, sababaa hookkara Sudaan keessatti ka’eetiin gargaarsa gahaa akka hin arganne himatan. Gama biraatiin immoo, sababaa ajjeechaa fixinsa sanyiitiif, gara Iiyoophiyaatti deebi’uu ni sodaanna, jedhu. Kaan immoo fala dhabuu irraa kan ka’e, namoota gara Awurooppaa sin geessina jedhanii dhala-namaa daldalan harka bu’u.
Dhalattoonni Sudaan Waraansa Kaaba Itiyoophiyaa Dheessuun Sudaan Seenanii Jiran Danqama Hamaa Keessa Galuu Himatan
- VOA
Forum