Xurree ittiin seenan

Breaking News

Naannoo Gambeelaatti Hoogganaan Poolsii Aanaa Goodaree Hidhattootaa Hin beekamneen Ajjeesame

Naannoo Gambeelaatti Hoogganaan Poolsii Aanaa Goodaree Hidhattootaa Hin beekamneen Ajjeesame
please wait

No media source currently available

0:00 0:01:59 0:00

Naannoo Kibba Lixa Itoophiyaa, naannoo Gaambeellaa keessatti hidhattootni kaleessa ajajaa poolisii aanaa Goodaree, ka godinaa Maajaang ajjeesuun poolisii biraa tokko madeessuu isaanii mootummaan Naannoo Gaambellaa beeksise jira.

Hoogganaan itti-aanaan Naannoo Gaambellaa Utoow Ukoot, " Eenyummaan hidhattoota haleellaa kana raawwatanii haga ammaatti hin beekamne, mootummaan hordoffaa jira" jechuun Sagalee Ameerikaatti himan. Naakoor Malkaa dabalata qaba.

Forum

XS
SM
MD
LG