Gaanaa keessatti ogeettiin fakkii fakkii kaasuun beekamtuu tokko gaa'ila ijoollummaan dhaabuu irraa miidhaa irra ga’ee turetti fayyadamtee rakkoo eeruma ijoollummaa agarsiisuun duula geggeessaa jirti.
Awanle Ayiboroo umurii ishee dardarummaatti dirqiin heerumtee kan turte yoo ta'u, muuxannoo mataa ishee fayyadamuun guddina shamarranii ilaalchisee yaada dogoggoraa jiru dhabamsiisuuf hojjetaa jirti. Viktooriyaa Amuungaan Akraa, Gaanaa irraa gabaasteetti.
Forum