Xurree ittiin seenan

Breaking News

Hoogganoonni Biyyoota Afrikaa 6 Wal-dhibee Raashiyaa fi Yukireen Karaa Nagaa Furuutti Fuuleffachuun Gara Biyyoota Lameenitti Imaluufi

Hoogganoonni Biyyoota Afrikaa 6 Wal-dhibee Raashiyaa fi Yukireen Karaa Nagaa Furuutti Fuuleffachuun Gara Biyyoota Lameenitti Imaluufi
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:56 0:00

Walwaraansa Raashiyaa fi Yuukreen gidduutti taasifamaa jiruu karaa nagaatiin hiikudhaaf kan karoorfatan hoggantoon biyyoottan Afrikaa jahaa dhiheenyaa kana garaa Mooskoo fi Keeviti imaluudhaaf murteesuun isaanii gabaasameera. Dhimma kana irratti Keet Baartileet Afrikaa kibbaa Johaanisberg irraa gabaasaa ergite qabdi.

Forum

XS
SM
MD
LG