Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dhaabbanni Misooma Ildiladdunyaa Yunaayitid Isteetis Itiyoophiyaatti Dhibee Fayyaa Tasaaf Deebii Kennamu Ka Gargaaru Proojektii Labse  

Dhaabbanni Misooma Ildiladdunyaa Yunaayitid Isteetis Itiyoophiyaatti Dhibee Fayyaa Tasaaf Deebii Kennamu Ka Gargaaru Proojektii Labse 
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:32 0:00

Rakkoo fayyaa tasaaf deebii ariifachisaa kennuuf projeektiin gargaaruu Kibxata dabre Finfinnee keessatti labsamee jira. Dhaabbatni Misooma Sadarkaa addunyaa kan Yunaaytid Isteetis ykn USAID inni Itiyoophiyaa keessaa proojeektii kanaaf kan ooluu Doolaara Miliyoona 12 kennee jira. Kana ilaalchisee Jaallanneen, Inistitiyuutii Fayyaa Uummataa, kan Ministirii Fayyaa Itiyoophiyaa irraa Dr. Yaaregaal Fufaa haasoofsiiftee jirti.

Forum

XS
SM
MD
LG