Xurree ittiin seenan

Breaking News

Lammiwwan Keeniyaatti Dheessaa Jiran Garii Ka Gargaarsa Argataa Jiran Tahus Furmaata Waaraa Akka Hin Taane Hubachiisu Xiinxaltoonni


Lammiwwan Keeniyaatti Dheessaa Jiran Garii Ka Gargaarsa Argataa Jiran Tahus Furmaata Waaraa Akka Hin Taane Hubachiisu Xiinxaltoonni
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:04 0:00

Lammiwwan Keeniyaatti Dheessaa Jiran Garii Ka Gargaarsa Argataa Jiran Tahus Furmaata Waaraa Akka Hin Taane Hubachiisu Xiinxaltoonni

Sababa wal-waraansa Sudaan keessaatiin lammiileen biyyattii guyyaa guyyaadhan qeheefi biyya isaanii gadhiisaanii godaanan hedduudha. Isaan keessaa warri Keeniyaatti godaanaa jiran deemsa yeroo dheeraan booda yeroo keniyaa ga’an qarqaarsa argachaa jiru. Baay’een isaaniimmoo buufata baqattootaa Dadaab keessa turuuf dirqaman. Xiinxaltoonni ammoo waayeen Keeniyaan baqattoota qarqaaruu fedhii biyyattiirratti an hundaahu ta’uun akka jirutti ta’ee garuu dhimmi waraansa sanitti xumura gochuu xiyyeeffannoo barbaada jedhan.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG