Xurree ittiin seenan

Breaking News

Ayyaanni Biyyaalessaa “Juneteenth” Har’a Guutummaa Biyyattii Keessatti Kabajamee Oole

Ayyaanni Biyyaalessaa “Juneteenth” Har’a Guutummaa Biyyattii Keessatti Kabajamee Oole
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:29 0:00

As Yunaayitid Isteetis keessatti Wixati har’aa, Waxabajjii 19, “Juneteenth” jedhamuun ayyaana federaalaa ta’ee kabajamee oola.

Maqaan kun kan dhufe bara 1885 Waxabajjii 19 boorumtaa loltoonni Ameerikaa magaalaa Galvisten Teeksaas ga’anii fi garbroonni walaba ta’uu isaanii itti beeksisan irraa ti.

Garbroonni isaan dura kutaalee biyyattii gama Kibbaa keessaa walabomaniiru, garuu garbroonni kutaa Teeksaas keessa jiraatan hedduun hanga waraanni gamas ga’utti gabrummaa keessa turan. Gabaasa Gireg Flaakas erge qindeessinee jirra.

Forum

XS
SM
MD
LG