Xurree ittiin seenan

Breaking News

Turkii: Baqattoota Simachuudhaan Addunyaarratti Biyya Sadarkaa Duraa Irra Jirtu

Turkii; Baqattoota Simachuudhaan Addunyaarratti Biyya Sadarkaa Duraa Irra Jirtu
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:38 0:00

Turkiin lammiilee Siiriyaa miiliyoona 3 ol waraana biyya keessaa jalaa miliqan dabalatee biyyoota addunyaa kamiyyuu caalaa baqattoota hedduu keessummeessiti. Pirezidaantiin Turkii haaraa irra deebiin filataman Recep Tayyip Irdohaan imaammata isaanii kan baqattoota miliyoonaan lakkaa’aman, irra caalaa lammiilee Siiriyaa tahan gara Turkiyaatti galchuu ilaalchisee mormiin ummataa guddachaa dhufus, isaan garuu akka baqattoonni biyyattii keessa turaniif hayyamuutti cichanii jiru.

Forum

XS
SM
MD
LG