Xurree ittiin seenan

Breaking News

Garee Zimbaabiwee Keessatti Raagbii Fayyadamee Shamarran Karaarraa Ittisuuf Hojjatu 

Garee Zimbaabiwee Keessatti Raagbii Fayyadamee Shamarran Karaarraa Ittisuuf Hojjatu
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:31 0:00

Zimbaabuwee keessatti yeroo baayyee bifti ispoortii Raagbii magaalota guguddoo keessatti ijoollee dureeyyiitin qofaan tabatama. Amma garuu Raagbiin gandoota baadiyyaa - baaka iyyumaan itti hammaatu, heerumni yeroo malee fi hojii dhabdummaan itti bayyatu - keessatti baramaa jira.

Gareen Zimbiruu jedhamu shamarran harka qaleeyyiin ispoortii kana irratti akka hirmaatan fi karaatti akka hin baane gochaa jira, jedha gabaasni Rooyters.

Forum

XS
SM
MD
LG