Xurree ittiin seenan

Breaking News

Prezidaant Baayiden Afeerraa Irbaataa Hoogganaa Indii Taasisan Irratti Michooma Biyyoota Lameenii Faarsan     

US India State Dinner
US India State Dinner

Pireziidantii Yuunaayiitid Isteetsi Joo Baaydan Waayiit Haawusiitti Muummee Ministiraa Indiyaa Naarendiraa Modiif Affeerraa Irbaataa taasisanii irratti walitti dhufeenyaa fi michummaa biyyoota lamaan gidduu yeroo dheeraaf ture itti fufsisuuf kan kaayyeefate jedhaniiru.

Muummeen Ministiraa Indiyaa Moodiin gama isaaniin biyyoonni lamaan duudhaa dimokiraasii fi jireenya daneessummaa qaban walitti fiduun qabeenya guddaadha jedhanii Affeerraa taasifameefis Pirezidaanti Joo Baayideniin galateffataniiru.

Affeerraa Irbaataa Kanarratti namoota siyaasaa fi Dippiloomaatootan alattis keessummannooni dhibba Afur irratti hirmaataniiru.

Forum

XS
SM
MD
LG