Xurree ittiin seenan

Breaking News

Koreen Eenymmaa Amhaaraa fi Daangaa Deebifannaa Walloo Raayyaa Baajetaa Fi Dhimmoota Biroodhaaf Mana-Maree Federeeshiniitti Iyyate  


Faayilii -Raya
Faayilii -Raya

Koreen Eeenyummaa Raayaa Walloo Amaraatti deebisuu mallattoo walitti qabuun mana maree Federeeshinii Itiyoophiyaaf galchuu hoogganaan korichaa Mangistuu Haayiluu Sagalee Ameerikaatti himan. Koreen kun mallattoo namoota 145,000 walitti qabuun mana marichaaf galchuus ibseera.

Hoogganaan KoomuunikeeshiinII bulchiinsa mootummaa naannoo Tigraay Reddaa’ii Haleefoom Jimaata darbe sagalee Ameerikaatti akka himanitti dhimma Raayyaa ilaalchisee gaaffiin mana Mana Federeeshiniif dhiyyaate bu’uura heeraa hin qabu jedhanii Allaamaxaa fi Raayyaan gar tokkeen ammayyuu humnoota Naannoo Amhaaraan humnaan qabamanii jiruu jedhan.

Akka Ibsa isaaniitti walii galtee Piriitooriyaatti taasifameen alatti ammayyuu gara lixa Tigiraayiin Walqaayitii fi gama kibba Tigiraayiin Godinni Raayyaa seeraan ala humnoota Amaaraan qabamee jira jedhaniiru.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG